Afaan Oromoo

Oromo: Yaamicha Walgahii Maree fi Gaalgala Aadaa – WAO

opridepicturesWAO qophee isaa kana itti fufuunis Fulbaana 25 bara 2010 washington DC irratti walgahii ummataa fi galgala aadaa kan artistootni Oromoo baayyinaan irratti argaman qopheessaa jira.

Walgahii mare hawaasaa kana irrattis, bu’ureessitooni ABO duraanii: kanneen akka obbo Leencoo Lataa, Obbo Xahaa Abdii, Obbo Diimaa Nogoo, Obbo Ahimed Huseen, bakka bu’oonni hawaasa oromoo North Amerikaa fi hayyonni Oromoo argamuun barbaachisummaa araaraa mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo, tokkommaa hawaasa oromoo fi qabsa’ota isaa irratti ibsa barbaachisaa kennu.

Kanaafuu hawaasni Oromoo Waashington DC fi naannoo isaa jiraattan marti walgahii fi qophee bashananaa kana irraa akka qooda fudhattaniif kabajaan isin afeerra.

Guutuu erga tana dubbisuuf, As tuqi!

Comments

comments

About the author

admin

Leave a Comment