Diaspora

ABO: Waamicha Wolgahii Hawaasa Oromoof

kGuddisuf flyer tuqiItti baha jila Qabsaawota ABO fi kora xiqqaa miseensota ABO kutaa USA, akkasumas haala yeroo ammaa QBO irra jiru ilaalchise hoogganoonni ABO hawaasa wojjiin marii adeemsisu. Kottaa!! Dhimma Oromoo irratti haa mariyannuu! QBOf tumsa nurraa eegamu haa laannu! 

Guyyaan: Bitootessa /March 19, 2011

Sa’aa: 1:00pm

Bakki: U of M (Blegen Hall)

269 19th Avenue

MPLS, MN, 55455


Comments

comments

About the author

admin

Leave a Comment