Diaspora

Guyyaa Yaadannoo Gootota Oromoo

Dhagahi !  Dhageesisi !

Guyyaa Yaadannoo Gootota Oromoo

Caamsaa/May 8, 2011

Washington, DC

 

Oromoonni Washington DC fi naannawa isiitti argamtan hundi kottaa gootota Oromiyaa kanneen qabsoo bilisummaa irratti wareegaman waliin haa yaadannu !

 

 

Guyyaa ulfaataa kana sababeeffachuudhaan maanguddooni  qabsoo bilisummaa Oromoo  keessatti gahee mul’ataa qaban haasawa godhu, isaanis:

Obbo Ahmed Huseen

Obbo Qaxalee Waaqjiraa

Waraqaa qorannoo fi haasawa marii :

Jawaar Mohammed

Mata-duree  “Oromo National Struggle its Challenge and Opportunities”

Akkasumas dargaggoonni DC faaruu alaabaa fi walaloo adda addaa dhiheessu.

 

Guyyaa: Dilbata Caamsaa/May 8, 2011

Sa’aa: 5pm – 10pm

Bakka:

Unification Church

1610 Columbia Rd NW

Washington DC 20009

Adda Bilisummaa Oromoo ABO/OLF Washington DC

Comments

comments

About the author

admin

Leave a Comment