Subscricribe to opride
Opinion

‘Sa’a Abbaan Gaafa Cabse Ollaan Ija Jaamsa’

Print
‘Sa’a Abbaan Gaafa Cabse Ollaan Ija Jaamsa’
Oromummaa Keenya Dhugumatti Ni jaalannaa Laata?

Siiban Abbichuutiin

Mata duree kana bifa gaaffiitiin kanin kaa’eef jaaladhee miti. Wanaticha tu anumaafuu gaaffii tahe. Gaaffii deebii qabatamaa hin argatin. Barruu kana akkuman amma dura godhaa ture Ingliffaan qopheessuu yaadeen ture. Garuu sababa gurguddaa lamaafan Afaan Oromootiin barreessuu filadhe. Kan duraa, dhimmichi Afaan Oromoo waan ilaaluuf afaanuma abbaa dhimmichaatiin akka dhihaatun barbaade. Kan lammeessoo ammoo, barruun kun qeeqa Oromoon Oromoo qeequun kan guutame waan taheef alagaan akka fokkuu (qaanyii) keenya kana dubbisee nutti kolfu waanin hin barbaadneefi.
 

Gaaffiin Oromoo Hangaftichi Deebii hin Argatin: Gaaffii Lafaafi Gaaffii Lafeeti

Print

Tulluu Argaa

1. Seensa
abbaaduulaabbaaduulaOPDOn mirga Oromoo kabajchiise jechuun gurra duuchaa jirti.  Oromiyaa daandii misoomaa qabsiifne jechuun bookkisu.  Kuni ammo abjuu qofa utuu hin taane raatuu guyyaa adiidha. Barreefama kana keessatti sirna Wayyaaneen gaggeessaa jirtu keessatti mirga Oromoo kan haga ar’aatti deebii utuu hin argatin ukkamamaa jiru keessaa gaaffii daangaa addatti baasuun gaafiin Oromoo kan waliigalaa gonkuma akka tuqamee hin jirre agarsiisuu yaalla.  

 

Qulqullina Barnootaa Afaan Ingilizii Oromiyaa Keessaa

Print

Jawaar Siraaj Muhammadiin

Hagayya 23, 2010

Marii dhiheenya kana godhamte takkarraa akkaan hubadhetti sadarkaan qulqullina barnoota Afaan Ingiliizii kan naannoo Oromiyaa keessatti barsiifamu daranuu hammaachaa dhufuun waan nama yaachisu tahuu isaati.


Komiilee kanneen keessaa ijoon:

 

Oromo : Irreecha Celebration in Minneapolis, Sep 19

Print

All Oromos and Friends Of Oromo People In The Great State Of Minnesota And Surrounding States Are Cordially Invited To Eretcha Celebration On September 19th, 2010 Starting At 10AM At Lake Nokomis In Minneapolis.

For More Information: Call the Organizers at (612)-251-8187

 

Irrelevant the OLF Maybe, the Struggle Is For Justice

Print
By Oromsis Adula*

I read the piece about OLF that appeared on EthioMedia by certain Jigga Wakko, a temptingly Oromo sounding name even if misspelled. I am also aware of the exchange between Shiferew Abebe and Dumessaa Diimmaa that prompted Mr. Wakko to pen his grossly uninformed charges against OLF.
 


Page 1 of 12

Search

QuickVote

How Do You Rate Your 2010 OSFNA Experience in WA?